Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad Filannoo Biyyaalessaa marsaa 7ffaa irratti sagalee isaanii Oromiyaa, godina Jimmaa, ...
Doktariin Pirezidaantii Ameerikaa Donald Trump qorannoo fayyaa waggaa waggaatiin taasifame booda haala fayyaa isaa irratti ibsa kennaniiru. Ibsa Haayit Haawusin bahe keessatti Kaappiteen Seen ...
Filannoon Biyyaalessaa Itoophiyaa marsaa 7ffaa guyyoota muraasa booda adeemsifama. Paartileen siyaasaa filannoo kanarratti ...
Raashiyaan humna ishee guutuun bu'uuraalee misoomaa murteessoo irratti xiyyeeffachuun basaasaa waan jirtuuf UK'n yeroo ...
US Addeessarratti karoora buufata ijaaruu qabdu galmaan gahuuf NASAn adeemsa eegaluu beeksise. Roobotiwwan, dirooniwwaniifi ...
Filannoo waliigalaa marsaa torbaffaa Wiixata Caamsaa 24/2018 A.L.I akka biyyaatti adeemsifamuun naannoo filannoo 138 keessaa ...
Peep Gaardiyoolaan Maanchister Siitiif waan qabu hunda kenne. Jireenya isaa, gaa'ila isaa haga dhabutti kan geessise hojii ...
Phaapaasiin bataskaana Kaatolikii Pooppi Liyoo xalayaa jalqabaa Wiixata har'aa amantootaaf gadhiisaniin mootummooti ...
Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa sochii "Tsimdoo" jedhamuun wal-qabatee, yaaddoon "birmadummaa Itoophiyaa" irratti aggaamamu' yoo jiraate tarkaanfii fudhatu ilaalchisee hawaasa dippilomaasii biyya ...
Himannaan isarratti dhiyaate erga mirkanaa'een booda duuti akka irratti murtaa'eeefi seera Shari'aan murtoon hojiirra akka ...
Ebla darbe guyyaa tokko akkuma salaatni galgalaa xumurameen Saantii Saaniyaa ergaa gabaabaa oduu aaga hin taane itti hime ...
Gamtaan Awurooppaa tarkaanfii dhorkaa viizaa lammiilee Itoophiyaa irratti bara 2024 kaa'ee ture kaasuu beeksise.
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results